11 comments on “Mul‘ata Karaatti Hafe! (Seenaa Gooticha Oromoo Baaroo Tumsaa)

  1. guddaa galatoomi ammalle tanaan qubbesi kee seenaa fi dhugaa jiru baasutti hin qoorin garuu there is additional information by whom it dies as i read from but not specied ”qabsoon oroomo essa karam” by Tullu Goleetin….

    • Eeyyee dhugaa dha kan hafee jiruu illee namni kana barreessee tessoo isaa gara dhumaarratti ibsee waan jiruuf utuu gaafattee odeeffannoo akka argaachuu dandeessuu shakkii hin qabu

      • Seenaan ati dabarsite baay`ee kan namatti dhaga`amudha ayiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii

  2. Qaroo koo/hidda koo/ sanyii kiyya baay’ee galatoomi, seenaa nama kanaa baruuf baay’een barbaadaa ture, garuu amma hunda isaa dubbisee, seenaa isaafii bu’ura inni oromoof kaa’e hubadheen jira. rabbi umurii kee haa dheeressu,jiraadhu dhiiga tiyya.

  3. SEENAA GOTOOTA NUUF HAMBISUUF WAAN QOPHIISITAAF GALATOOMAA.
    Gaaruu seenaa Qabsawota Oromoo irraattii waan sirraa’uu qabuu.jedhuu.
    1.Waa’ee Gaazexaa Bariisaa irraattii Kitaaba QBO fi Leencoo Laataa jedhuu irraatti Hundeeffama isaa duubaa akka jiruu ibsa. barreeffamee Seenaa Baroo kanaa keessaatti Kan Gaazexaa Baariisaa hundeesse Baroo Tumsaatti. Seenaa Qabatamaan Oromoo beeku irratti Abbaa Baariissaatu hundeesse jedha kamtuu Dhugaadha? Gaazexaan Baariisa kun meeqaa?
    2.ABO eenyuu hundeesse hundeeffama ABO yeroo dubatamu Osoo isaa FINFINNEE jiraanii waraannii hundaa’e moo erga isaan Harargee baqatanii dhufaan boodaa ijaramee? Hundeessitoota ABO keessaa tokkoo yoo jedhamee sirriidha. Jaarraa Abbaa Gadaatu isaa duraa waraanaa Ijaaree.
    3.Waa’ee Qubee Afaan oromoo Sheeka Bakrii Saphaloo akkamitti seenaa wal Saamne, dhugaa dhoksine garaan waliitti fayyaa nuu taha.(hub;-Seenaa wal saamuun kan oromoo gidduutti godhamu kun rakkoo addaan bahinsa fidaa sirraa’uu qaba)

Leave a comment