244 comments on “Baayyee oduu nama gammachiisuu dha,,Dr. Zaalaalem ifajjeen ati gootee ilmaan Oromoo biraatti yoom iyyuu hin dagatamuu,,,Qabsoo ilmaan oromoo geeggeessaa jiruu keessaatti gootummaa kee fi Saboonummaa kee mirkaneesiiteetta,,,Lubbuu kee nuuf haa dheereessuu

  1. kaayoodhugadhafkutanna gudaofkeesa qabukanjabadhu ittifuf ojikararra tokoinaataf toko imomaqadhaf baayeen sijaladha buha,anojiketimulacha dhufera

  2. Worquu Girja Godina Gujii Irraa Afaan Keenyaa Dubbaachuu Qabna Speaking Language Afaan Oromoo Ganada Bubbee Qorsa Irraa

  3. Qabsoo Keessaniif Jechan Dhaba!!!Lammii Ofii Gurguranii Seenaan Abaaramuurra!Lammiif Qabsaa,anii Seenaan Nama Faarsuu Wayya!Seenaa Darbe Keessatti Kan Lammii Gurguruun Seenaa Fokkisaa Hojjete Goobanaa Daacceedha!Fknf Harma Muraan Sanyii Balleessuu Dha!!

  4. MASHA.ALLA.NURA.HAJ.ALTU.IJAA.HAMTU.NURA.HAQABU.TOKUMA.TANNE.ARGAMUF.BAKA.HUNDATI.KANNA.QABANAN.KARAN.KENYA.FAGO.MITI

  5. Oromon Obbo Lammaa Magarsa Jallatuus Jibbus Lamman Anaa Birattii Jallatamadhaa Jechii Kabajamoo Obbo Lamma Magarsaa Namatii mi’aa Namatti Tolaa Nama Gammachisaa

  6. ANFI NATII HINTOLE OKIN JIMAA ABAJIFARI BAUN WANCA BARA DHUFU BAQALETAN SODADHE QALBI KOTI JIMA KOO KOO MALI SII TA.U

  7. Dr Zalalem Birra.Rabbi Nuf ha dhabatu jechaa oromumaa kenyaan falmachuun yomiyu bodatii debi.u.hinqabnu lammi orommo kamiyuu milka,inaa fi.fixanbahinsan.isiniif hawwaa!!!!!!!!!!!!

Leave a comment