Archives
All posts for the month November, 2013
By Getinet Dinkayehu | Sadaasa 29, 2013
Getinet Dinkayehu
Akkuma beekamu yeroo ammaa gochaan sukkannessaa motummaan saudi baqatotaa biyyaa itopiyaa irrattii gaggessa jiru waan addunyaa hunda gaddisisaa jiruu ta’uun ni bekama.baqattotaa kana kessaa bay’een isaani ilmaan oromo ta’us qubaa ni qabnaa.sabaabni hedduun oromoon itti biyyaa baqatee biyya Saudi Arabiyatii gidiraa argaa jiruus akkaa yeeroo ammaa median wayyanee fi ilmaan habashotaa sabaaba jirenya foyaa’aa barbaachuu jedhani hololaa jiran osoo hin tanee,akkuma oromoota lakkofsaan hedduu ta’anii biyyota olla fi biyyota biroo kessatti saba ilalcha siyasa isani irran kan ka’ee wayyaneen jirenya dhowwite gidiraan heddun itti hammaannaan sodaa lubbu isaaniif biyya irra gara biyyota Olla akka Jibuutii,somaalee fi sudaanitti baqatanii isaan boda kara adda addaatin biyya Saudi seenuun jireenyaa sukkanessa fi jirenya sodaan gutamen biyya ambaa Saudi kessa kan jirachaa jiran dha. Continue Reading
November 30, 2013 Leave a comment
መንግስት ከሣውዲ የሚመለሱ ዜጐች ቁጥር አስቀድሞ ከተገመተው በላይ መሆኑን ገልጿል። ቀድሞ የተመላሾቹ ቁጥር
28 ሺህ እንደሚሆን ቢገመትም አሁን ወደ 80ሺህ እንደሚደርስ ተነግሯል፡፡ በስደተኞቹ ላይ እየደረሰ ያለውን እንግልት
የውጭ ጉዳይ ሚኒስትሩ ዶ/ር ቴዎድሮስ አድሃኖም፤ ባገኙት አጋጣሚ ሁሉ ከማውገዝ አልተቆጠቡም፡፡ ጉዳዩ በሰከነና
የዲፕሎማሲ መርሁ በሚፈቅደው መንገድ መያዙንም ገልፀዋል፡፡ መንግስት ከዚህ በላይ በዲፕሎማሲው ርቆ ሊሄድባቸው
የሚችልበት አማራጮች እንደሌሉ የሠሞኑ መግለጫዎቹ ያመለክታሉ፡፡ ይሁን እንጂ የአዲስ አበባ ዩኒቨርስቲ የፖለቲካ
ሣይንስ ምሁሩ ዶ/ር መረራ ጉዲና፣ መንግስት የዜጐቹን መብት በማስከበርም ሆነ የሃገርን ክብር በማስጠበቅ ረገድ ምንም
አልተራመደም ይላሉ – ተመላሾቹን ከመቀበል የዘለለ ዲፕሎማሲያዊ እርምጃዎች መውሰድ አለመቻሉን በመግለፅ፡፡ ዶ/ር
መረራ ጉዲና በጉዳዩ ዙሪያ የሰጡንን አጭር ማብራሪያ እነሆ:- Continue Reading
ከሮባ ጳዉሎስ
ሞት ለሀይለማርያም ደሳለኝ ሞት ለቴዉድሮስ አድሀኖም ሞት ለህወኃት ወያኔዎች።
Godaantota Biyyoota Ambaa Keessatti Balaa Mudataniif Kan Itti Gaafatamu Sirnuma Biyyan Bulcha Ofiin Jedhu Wayyaanee ti
Ilmaan Oromoo fi sabaa fi sablammoota biroo biyya keessatti hojjetatanii guddachuu dadhabuu irraa baruma baraan biyyoota ollaa fi fagootti godaanu. Kana keessatti lakkoofsi ilmaan Oromoo haalaan guddaa dha. Irra guddaan isaanii karaa seeraan alaatiin biyyoota ollaatti godaanu. Biyyoota ollaa irrattis dhiibbaa sirna Wayyaaneetiin nageenya dhowwatamanii fagaatanii deemuuf jecha balaawwan rifaasisaa adda addaa mudatu. Haala kanaan baqattoonni Oromoo fi saboota biroo Sudan, Somalia, Somali Land, Punt Land, Djibouti, Kenya, Suudaan Kibbaa, Yemen, Saudi Arabia, Dubai, Bahrain, Lebanon, Qatar, Masr, Libya fi Afriikaa Kibbaatti faa godaananii argaman kumoota dhibbootaan herregamu. Continue Reading
Waamiicha Hiriira Nagaa Koree IHOO Irraa
Ajeechaa lammiwwan Oromoo biyya Saudi Arabia kessaatti irra ga’aa jiruu balaaleffachuuf IHOO’n hiriira mormii qopheessee jira.
BAKKA: Trafikanten irraa sa’aa 10:30-tti kaanee gara EmbassySaudi (Drammenveien 102H) deemna.
GUYYAA: 22.11.2013 (JIMAATA)
Sa’aa 10:30- 13:00 .
Dhaamsa kana Oromoota beektaan hundaaf dabarsaa.
KOREE IHOO irraa.
November 16, 2013
The current Ethiopian government has continued widespread mass arrests, unlawful killings, and disappearances of innocent civilians its citizens over the last 21 or so years. Among the communities highly affected by such repression and oppression of the regime, the Oromo people is probably rated as number 1. Oromos have been unable to live in their country in peace since they fell under the rule of the current minority Ethiopian regime. This report partially captures the list of Oromos who have been unlawfully arrested, killed, or disappeared over a period of one year from November 2012 to November 2013, compiled by the National Youth Movement for Freedom and Democracy (NYMFD) aka Qeerroo. The report is by no means a comprehensive account of the actual number of people arrested, killed, and disappeared. It is rather a tiny fraction of what actually happened in Oromia and in the country at large. As it is very difficult to move in the country and compile reports because the government denies access to information, this report is only the widely known cases that were taken from Qeerroo website as it was reported over a period of one year.
As is known the National Youth Movement for Freedom and Democracy (NYMFD) aka Qeerroo was formed in 2011 by Oromo Youth to ignite the so called “Revolt Against Subjugation” (aka Fincila Diddaa Gabrummaa) in Oromia with the objective of averting the repression of Oromo nationals by the Ethiopian authorities through civil disobedience.
List of Oromos fired from their job in Western Shoa Ejere district ( November 11-2012)
- Girma Ararsa, health professional
- Abbaba Gidira, health professional
- Dhaqqaba Tafarra, health professional
List of Oromo students dismissed from Madda Walabu University, November 15, 2012.
- Abdissa Degefa
- Beniyam Geremu
- Dagim Yitagezu
- Jirenya Nemomsa
- Yared Argata
- Wako Wariyo
- Liben Gelalcha
Student Abdi Bilisumma was thrown into jail for having this name (“Abdi Bilisumma” means “hope of Freedom”), November 25, 2012
Read More:- Qeerroo’s Annual Report Nov 2013