23 comments on “Tokkummaa jechuun maal jechudha?

  1. Namnii yaadda garii qabuu or hubbaana qabuu ofifisi mattii ofifisi biyyaafiis yadda garii qabba qabsoo karaa tokkoo qoofaa mittii barsiisuukee ittii fufii waqaayoo saa ebbisuu BILIISSOOMII:

  2. OROMOO Damaqii hirriiba Ka’ii Diinaa keenya kan tahe waayanee barbadesi Bilisummaa Oromoo Mirkaneesi Gabrummaa Balleesi Lammii te Boonsii Oromiiyaa Misoomsii WBO Jaajjabeesi hiyyuummaa baleesi Galaatoma Hora Bulaa

  3. Tokkummaan Yeroo Ammaa Ilmaan Oromoo Irraa Eegamu Tan Siiyaasa Biyyaa ofiitif akkasuma Adamsa Siirna Kooloni Waayaane jala banu fala dhawachudha Gabrummaa irraa Gara Bilisummaa jijjiiramu tahu qaba Tokkummaa Amma Barbadamu kun QBO Furmaata galatoma!!

    • Jabadha Lammi Ko Jabane Ha Kanu.Harka Wal Qabane Dina Gidu Kenya Ha Basnu Jabadha Lammi Ko ABO Wajin Dina Kenya Ha Baleesinu. Biyya Kenya Ha Bilisomsinu. Ilma Oromoo Irra. Galatooma.

  4. Tokkummaa Tokkummaa yaa ilaman OromooTokkummaa Amantiif Kuutan nu Addaan hin banu Oromummaa Qofaan walitti haafiroomnu Gosaaf Gareen gargar hin banu Tokkummaa Teenyaattu Bilisummaa Qabaa Oromoon Harka wal qaba Bilisummaa dhaqaba Tokkummaa!!!!!!

Leave a comment